fbpx

Kabajamtoota Jiraattotaa,
Tarkaanfilee COVID-19 (koronavirus) akka hintamsaaneef fudhannu isinii qoodna. Tarkaanfleen kun kanfudhatamaniif yayyaa jiraattota keenyaa fi fayyaa hojjettootaa eeguu fi.

  1. Hojjettooti qulqullinaa keenya kemikaala (antimicrobial) jedhaman gaargaaramuu dhaan bakkoota waloo hund ni qulqulleessu. Kunis qabannoo balbalaa fi isa handrails jedhamu dabalata ‘disinfect’ gochuu dha.
  2. Hanga isinii ibsinutti walga’ii Aeron iin qindaa’e hunda yeroodhaaf haqnee jirra.
  3. Yoo COVID-19 ilaalamtanii kan qabdan ta’uu isinii himame ykn nama isaan qabamee qaamaan quunnamtan ta’e maaloo Aeronf text godhaa: 612-326-3855 ykn email myhome@aeon.org.
  4. Dhukkuba ittisuuf jecha beeksisa naannawaa gamoo kanaa tti maxansineerra. Maaloo qajeelfamoota sana duukaa bu’aa. Yoo dhukkubsattan maaloo mana oolaa, harka keessan ammaa amma dhiqadhaa.

Yoo gaaffii qabaattan maaloo text 612-326-3855 n email myhome@aeon.org. n godha.

-Bulchiins Aeon